Keeppiverdeen Nuusa Xumuraaf darbite

Finfinnee, Amajjii 20, 2016 (FBC)- Tapha Waancaa Afrikaan Keeppiverdeen Mooritaaniyaa injifachuun tapha nuusa xumuraaf darbiteetti.

Tapha mo’atanii darbuu biyyoota lameen gidduutti gaggeeffameen carraa rukuttaa adabbii argatteen Keeppiverdeen 1 fi 0’n Mooriitaniyaa injifatteetti.

Haaluma kanaan Keeppiverdeen seenaa ishee keessatti yeroo jalqabaaf tapha nuusa xumuraaf darbiteetti.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment