Finfinnee, Caamsaa 3, 2015 (FBC)-Karoorri yeroo dheeraa gadi lakkifama kaarboonii xiqqaa fi tarsiimoon misoomaa jijjiirama qilleensaa dandamatu Ityoophiyaa ifoome.
Sagantaa ifoomsa karoorichaa fi tarsiimichaa irratti Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministira Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonniin, ministirotaa fi dhaabbileen tumsitoota misoomaa argamaniiru.
Tarsiimichi hanga bara faranjootaa 2050tti hojiirra kan oolu ta’uu himameera.
Tarsiimoon kun bara 2015 waliigaltee jijjiirama qabeenya qilleensaa Paaritti irra ga’ameen kan walsimuudha jedhameera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.