Kantiibaa Adaanech balaa Ibiddaa naannawa Shammaa Taraatti mudateen qabeenyi barbadaa’uusaatti gadduu ibsan

Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC) –Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebeen balaa Ibiddaa naannawa Shammaa Taraatti mudateen qabeenyi barbadaa’uusaatti gadduu ibsaniiru.

Balaa kana to’achuuf konkolaatotni bobba’an sababa dhiphina daandiin akka fedhan socho’uu waan hin dandeenyeef heelikooptara fayyadamuuf yaaliin taasifamaa jiraachuu Aadde Adaanech himaniiru.

Balicha hir’isuuf qaamoleen deeggarsa taasisaa jiran hundi yaalii isaanii cimsitanii akka ittifufan gaafataniiru.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment