Kantibaa Adaanech Abeebeen baga Ayyaana Fichee Cambalaalaa geessan jedhan

Kantibaa Adaanech Abeebeen baga Ayyaana Fichee Cambalaalaa geessan jedhan

Finfinnee, Bitootessa 18, 2017(FMC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Fichee Cambalaalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.

Baga Ayyaana Fichee Cambalaalaan nagaan geessan jedhan.

Ibsituu miidhagina aadaa Sidaamaa kan ta’e ayyaanni Fichee Cambalaalaa jaalalli, araarri, nageenyi, galteeffannaan akkasumas abdii ifaan kan itti dagaagu ayyaana jijjiirraa baraa waan ta’eef ammallee daran tokkummaan kan itti cimu, araarri,nageenyi,waloomni fi abdii ifaan kan itti dagaagu akka ta’uu hawwa jedhan fuula miidiyaa hawaasummaa isaanii

#Oromia #Ityoophiyaa

Comments (0)
Add Comment