Kan ibiddaan gubamte Atileet Rebekaa Cheepteegaan boqotte

Finfinnee, Hagayya 30, 2016(FBC)- Atileetiin lammii Ugaandaa Rebekaa Cheepteegaan fiigichaa maaraatooniin Olompikii Paarisirratti hirmaattee fi jaalallee isheen ibiddan gubamte boqochuun dhaga’ame.

Cheepteegeen kan umriin 33, Dilbata darbe ture kan jaalalleen ishee boba’aa itti fufirsuun ibiddaan gubuun gabaafame.

Balichaan qaamni miidhamtuu %80 ibiddichaan gubamuu kan eerame yoo ta’u, wal’aanasarrra utuu jirtu har’a boqochuu ishee BBC’n gabaaseera.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment