Kabajni Irreecha Hora Harsadee Kabajamuu eegale

Finfinnee, Fulbaana 22, 2015(FBC)- Kabajni Ayyaana Irreechaa Hora Harsadee kabajamuu eegaleera.

Yeroo ammaa hirmaattonni Ayyaanichaa Abbootii Gadaafi Haadholii Siinqeen durfamuu gara Hora Harsadeetti imalaa jiru.

Ayyaanichi rakkoo tokko malee akka kabajamuuf qaamoleen nageenyaa hawaasa waliin ta’uun hojjechaa jiru.

Namoonni hedduunis ayyaanicha irratti hirmaachaa jiru.

Habtaamuu Taklasillaaseetu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment