Kabaja Raayyaa Ittisa Biyyaaf dhaabbachuun kabaja ofiiti-  Umood Ujuluu 

Finfinnee, Sadaasa 8, 2013 (FBC)- Kabaja Raayyaa Ittisa Biyyaaf dhaabbachuun kabaja ofiitiif dhaabbachuutti lakka’amu akka qabu Preezdaantiin naannoo Gambeellaa Umood Ujuluu ibsaniiru.

‘Sagantaan raayyaa ittisa biyyaaf nan dhaabbadhaa’ naannoo Gambeellaatti gaggeeffameera.

Obbo Umood Ujuluu, gareen gantuu ABUT haleellaa raayyaa ittisa biyyaarratti raawwate uummattoota naannoo Gambeellaa mufachiiserra jedhan.

Sirnicharratti kutaan hawaasa garaagaraa hirmataniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa
Comments (0)
Add Comment