Kaanaadaatti balaan Ibiddaa mudate lafa Bosonaa heektaara miiliyoona 7 ol waliin gahe

Finfinnee, Waxabajjii 18, 2015 (FBC) –Kaanaadaatti balaan Ibiddaa mudate babal’achuun lafa Bosonaa heektaara miiliyoona 7.2 waliin gahuu dhaga’ame.

Balicha balaa Ibiddaa hanga ammaatti mudate isa olaanaa ta’uu eeramera.

Yeroo ammaa lafti Bosonaa hektaarri kumni 550 kan gubate yoo ta’u, balaa Ibiddaa biyyattiitti bara Faranjootaa 2017 mudate daraan kan caalu ta’uu RTn gabaaseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment