Finfinnee, Eebila 19, 2014 (FBC) –Mootummaan Kaanaadaa Gaanfa Afrikaatti lammiilee sababa hanqina nyaataa fi rakkoo adda addaaf saaxilamaniif deeggarsa doolaara miiliyoona 73 akka taasisuu beeksiseera.
Deeggarsichis Ityoophiyaa, Keeniyaa fi Somaaliyaa fayyadamoo akka taasisuu Ityoophiyaatti Imbaasiin Kaanaadaa ibseera.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.