Kaameeruun 2 – 1 Burkiinaa Faasoo

Finfinnee, Amajjii 1, 2014 (FBC) – Taphni baniinsaa waancaa Afrikaa 33ffaa Kaameerunii fi Burkiinaa Faasoo gidduutti gaggeeffame olaantummaa Kaameeruuniin xumurameera.

Gustaavoo Saangareen daqiiqaa 24ffaa irratti goolii 1 galchuun Burkiinaa Faasoon daqiiqaa 20 dursitus daqiiqaa 40 fi 45+3 Viinsant Abbuubakar rukkuttaa addabbiin (Peenaaliitiin) goolii 2 waliiti aansuun Kaameeruuniif galchuun taphichi olaantummaa Kaameeruuniin xumurameera.

Qopheessituun Waancaa Afrikaa 33ffaa Kaameeruun tapha jalqabaan qabxii 3 argachuun ramaddicha dursuu eegalteerti.

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment