Kaabineen magaalaa Finfinnee walga’ii idilee gaggeesseen murtoo garaagaraa dabarse

Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) – Kaabineen magaalaa Finfinnee walga’ii idilee 3ffaa waggaa 1ffaa gaggeesseen murtoo garaagaraa dabarseera.
Kaabineen Magaalichaa kaafamtoota misoomaa deebisanii ijaaruuf wixinee labsii qophaa’ee fi Yaa’ii ol iyyannoo dhimmoota beenyaa hundeessuu fi qabiyyee lafaa gadi dhiisisuuf dambii qophaa’erratti mari’achuun sagalee guutuun raggaasisuu ragaan Waajjira Seekreetariyaat Preesii magaalichaarraa argame ni muul’isa.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment