Kaabineen Bulchiinsa Magalaa Finfinnee awutobisoonni 560 kiraayiin gara bobbiitti akka galan murteesse

Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC)- Kaabineen Bulchiinsa Magalaa Finfinnee awutobisoonni 560 kiraayiin gara bobbiitti akka galan murteesse.

Rakkoo geejjibaa furuuf awutobisoonni 560 kiraayiin gara bobbiitti akka galan Kaabineen Bulchiinsa Magalaa Finfinnee murteesseera.

Kaabineen Bulchiinsa Magalaa Finfinnee walga’ii idilee 4ffaa gaggeessen dhiyeessi geejjiba ummataa yaada dhiyaatanirratti  marii’chuun murtoo dabarseera.

Bu’uuruma kanaan awutobisoonni 560 kiraayiin gara bobbiitti akka gala murteesseera.

Bulchiinsi magaalaa Finfinnee rakkinicha furuuf awutobisoota 500 bituuf adeemsarra kan jiru yoo ta’u, 125 ammoo haroomsamuun gara tajaajilaatti akka galan ta’eera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa

 

 

 

Comments (0)
Add Comment