Joozee Mooriiniwoon hojiirraa gaggeeffaman

Finfinnee, Amajjii 7, 2016 (FBC)-Leenjisaan Kubbaa Miilaa Joozee Morinihoon hojirraa gaggeeffamuun ibsame.

Mooriiniwoon turtii Roomaatti taasisaniin abbootti murtee waliin waliigaluu dadhaabuu isaanii kan gaggeeffamaaan ta’uun ibsameera.

Leenjisaan lammii Poorchuugaal kun dorgommii bara Faranjootaa 2023/2024 keessaa kaardii diimaa 5, dorgommii bara 2022/2013 keessa immoo kaardii diimaa 3’n adabamuun ni yaadatama.

Bara dorgommii Seeriyaa keessaas taphattoota kubbaa miilaa kamuu caalaa leenjisaa kaardii diimaan adabaman ta’uu BBC’n gabaaseera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaan

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment