Joosee Moriinihoon leenjisaa Feenarbaachee ta’e

Finfinnee, Caamsaa 23, 2016 (FBC) – Lammiin Poorchuugaal Joosee Moriinihoon kilaba Turkii Feernabaachee leenjisuuf kontiraata waggaa 2 mallatteesseera.
Moriinihoon kanaan dura Cheelsii, Riyaal Maadrid, Intermiilaan,Tootnehaam fi Maanchiister Yuunayitiid leenjisuun kan yaadatamudha.
Leenjisan kun maqaan isaa kilaaboota Ingiziil waliin ka’aa turus dhumarratti gara Istaanbuul imalaniiru.
Comments (0)
Add Comment