Joo Baayidan gurraacha Ameerikaa Looydi Oostin ministira raayyaa itiisaa gochuun kaadhiman

Finfinnee, Sadaasa 29, 2013 (FBC)- Joo Baayidan gurraacha Ameerikaa Looyid Oostin sooramarra turan Ministira Ministeera raayyaa ittisaa biyyaatti gochuun kaadhimuun isaanii ibsame.

Looydi Oostin seenaa Ameerikaa keessatti yeroo jalqabaaf nama gurraacha ministira ittisaa ta’aniidha jedhameera.

Yeroo bulchiinsa Obaamaatti ajaja giddu-galaa dursaa kan turan Oostin, erga soorama ba’anii waggaa torbaa gadi waan ta’eef, koongirasiin muudama kanaaf deeggarsa gochuuf qaba jedhameera.

Baayidan kana kan murteessan erga muudama olaanaa biraa garee nageenyaa isaanii keessatti kennanii torban lamaa asittidha.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffan

 

Comments (0)
Add Comment