Joo Baayidan Filannoo itti aanurratti kan dorgoman ta’uu ifoomsan

Finfinnee, Eebla 17, 2015 (FBC) – Maanguddoon Umrii Waggaa 80 Pireezidaantiin Ameerikaa Joo Baayidan Filannoo biyyaattii bara Faranjootaa 2024 gaggeeffamurratti kan dorgoman ta’uu ifoomsaniiru.

Gama paartii Diimokiraatootaan morkataa cimaan akka isaan hin mudanne dubbatamaa kan jiru yoo ta’u, duula na filadhaa seenaa Rippaabilikootaa keessatti gaarii ta’e gaggeessuuf qophii ta’uu isaanii Biluumbargi gabaaseera.

‘Umriin lakkoofsa, hin yaadda’inaa irraa deebiin Biiroo galuun hojiileen eegalee akkan xumuru sagalee keessan naaf laadhaa’ jechuun wayita duula na filadhaa gaggeessan dhaga’amaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment