Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)-Jiraattuu Godina Arsii aanaa Heexosaa ganda Haxxee Handoodee kan taatee aadde Abarraash Guutaa Baqqalaa ganama barraaqa filannoof baatee hiriirarra osoo jirtuu bishaan dahumsaa itti dhufeera.
Aadde Abarraash filannoo manaa baatefis falattee battalumatti manni ishees buufata filannoo san cinaa waan jiruuf ilma dhiiraa deessee jirti.
Maqaa daa’ima dhalatees Abiyyi ykn Taarikuu jechuun mooggasteetti.
Jamaal Gandootu gabaase
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.