Jiraattota dhiqaa kalee wal’aanamuuf humna hinqabneef Birriin miiliyoonni 20 ramadame

Finfinnee, Fulbaana 2, 2015 (FBC) – Bara 2015tti kaffaltiidhaan dhiqaa kalee wal’aanamuu lammiilee hindandeeyeef Birrii miiliyoona 20 ramaduu Bulchiinsi Magaala Finfinnee beeksise.

Bulchiinsi magaalichaa Hospitaalaa Minilikitti tumsa seektaraa dhuunfaa fi mootummaatiin giddugalli dhiqaa kalee hundaa’uun kan yaadatamuudha.

Gamoo giddugalichaa mijeessuun hojii eegaluun kan eerame yoo ta’u, giddugalichaatti bulchiinsi magaalicha bara 2015tti ‘Aab Medical center’ waliin ta’uun baasii lammiilee kaffaltiidhaan dhiqaa kalee wal’aanamuu hindandeenyee guutuuf Birrii miiliyoona 20 ramaduu ragaan Waajjira Kantiibaa magaalichaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment