Jiraattoonni magaalaa Saqoxaa fi naannawaa ishee deeggarsa hooggansa jijjiiramaa Dooktar Abiy Ahimadiif qabaniif hiriira nagaa bahuun ibsaa jiru

Finfinnee, Gurraandhala 12, 2013 (FBC) – Jiraattoonni magaalaa Saqoxaa fi naannawaa ishee deeggarsa hooggansa jijjiiramaa Dooktar Abiy Ahimadiif qabaniif hiriira nagaa bahuun ibsaa jiru.

Jiraattoonni Godina Bulchiinsaa Saba Waagikimiraa  “jijjiirama ni deeggarsa, gara fuula duraatti ni tarkaanfanna”mata duree jedhuun deeggarsa qaban ibsaa jiru.

Jiraattoonni dhaadannoo Ityoophiyummaan hundaa ol, finxaalessuumaan haa barbadaa’u, tokkummaan haa lalisu jedhu dhaggeesisaa jiraachuu ragaan kominikeeshinii naannichaa irraa arganne ni mul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

Comments (0)
Add Comment