Jiraattoonni magaalichaa deeggarsa dhaabbilee barnoota waraanaan miidhamaaniif ooluu taasisan

Finfinnee, Gurraandhala 4, 2014 (FBC)- Ministeerri Barnoota dhaabbilee barnoota barbada’aan deebisee dhaabuuf karoora qabateen hojii sagantaa deeggarsa sassabuu kun waajjira olaanaa ministeerichaa Kiiloo 4 fulaa duraatti gaggeeffamaa jira.

Jiraattoonni magaalaa Finfinnee dhaabbilee barnoota barbada’aaniif kan ooluu meeshaalee barnoota dabtaraa, qalamaa, kitaaboolee odeeffannoo oolaa akkasumas uuffatalee bakkichaatti argamuun laataniiru.

Duulli deeggarsa walitti qabu kun torbanoota lamaaf kan turu ta’uu ragaan ministeericharra argame ni muul’dhisa.

Dabalataanis hojiin erga gababaa bilisaan 9222tti erguun deeggarsa taasisuus eegaleera.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

Comments (0)
Add Comment