Jiraattoonni magaalaa Mattuu hiriira deeggarsa RIB fi garee shororkeessaa ABUT tiin balaaleeffatan

Finfinnee, Hagayya 1, 2013 (FBC)- Jiraattoonni godina Iluu Abbaa Booraa godina Mattuu hiriira deeggarsa Raayyaa Iittisa Biyyaa fi garee shororkeessaa ABUT tiin balaaleeffataniiru.
Jiraattoonni magaalichaa hiriiraa bahaan kunneenis dhaadannoowwan garagaraa dhageessisuu ragaan waajjira
Dhimmoota Kominikeeshinii godinicharra argamee ni muul’dhisa.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment