Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC)- Jiraattoonni godina Shawaa Bahaa Magaalaa Matahaaraa fi aanaa Fantaallee garee shoroorkeessaa ABUT fi Shanee akkasumas giddu seentummaa biyyoota fi miidiyaalee alaa balaaleffataniiru.
Jiraattoonni kuneen dhaadannoo ” No More” jedhu dhageessisaa magaalaa Martiitti hiriira ba’uun garicha balaaleffataniiru.
Hirmaattoonni hiriiricha biyya keenya ormaaf dabarsinee hin laannuu; osoo nutii jirruu biyyii hin diigamtu jedhaniiru.
Hiriiricharratti hoggantoonni hojii mootummaa olaanoo naannoo fi godinicha argamaniiru.
Jamiilaa Jamaaltu gabaase.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.