Jiraattoonni Magaalaa Finfinnee Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwatan

Finfinnee, Guraandhala 27, 2016 (FBC)- Jirattoonni Magaalaa Finfinnee kutaalee magaalaa garaagaraarraa baba’an Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwataniiru.

Jiraattoonni kunneen bakka yeroo dheeraaf balfii itti gatamaa ture sadarkaa kanatti midhagee arguu isaanitti hedduu gammaduu ibsuu ragaan Waajjira Kantiibaa magaalichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment