Jiraattoonni magaalaa Dodolaa fi aanaa Dodolaal raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa taasisan

Finfinnee, Sadaasa 5, 2013 (FBC)- Jiraattoonni godina Arsii lixaa magaalaa Dodolaa fi aanaa Dodolaal raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa korma 25 hooloota 100 fi Qamadii kuntaala 100 taasisaaniiru.
Garee gantuu ABUT raayyaa ittisa biyyaarratti haleellaa qaqqabiise balaleeffachuun deeggarsichaa raayya ittisaa biyyaaf taasisuu isaanii ragaan waajjira kominikeeshinii mootummaa godina Arsii lixaarra ni muul’dhisa.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa
Comments (0)
Add Comment