Jiraattoonni magaalaa Dasee buqqatoota naannichaa waliin ayyaanna Ukee kabajan

Finfinnee, Hagayya 12, 2013 (FBC) –Jiraattoonni magaalaa Dasee buqqatoota naannichaa irraa buqqa’uun magaalaa Dasee keessa jiran waliin ayyaanna Ukee/Bohee kabajaan.
 
Sababaa gochaa badii gareen ABUT raawwachaa turen jiraattonni naannoo Amaaraa kuma 55 qe’ee fi qabeenya isaan irraa buqqa’uun buufataalee buqqa’ootaa 8 ol keessaa qubatan jiraachuu Komishiiniin Hoggansaa Sodaa Balaa Naannoo Amaaraa himeera.
 
Sirna kabajaa kanarratti abbootiin Amantaa,hoggantoonni mootummaa naannichaa dabalatee hawaasni magaalaa Dasee argamaniiru.
 
Kabajaa ayyaannicha irratti taphoonni aadaa ayyaannicha waliin walqabatan artiistootan dhiyaatera.
 
Gammachuu Beekumatu gaabase.
 
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment