Jiraattoonni magaalaa Dambii Doolloo hiriira deeggarsaa Dooktar Ahimadiif ba’an

Finfinnee, Amajjii 25, 2013 (FBC)- Jiraattoonni Godina Qeellam Wallaggaa magaalaa Dambii Doolloo hiriira deeggarsaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif ba’aaniiru.
Hiriira kanarratti hawaasni aanaalee 11 fi bulchiinsa magaalaa 1 irraa walitti babba’aan hirmaataniiru.
Jiraattoonni hiriira deeggarsaa ba’aan kunneen dhadhannoowwan “Dooktar Abiy deeggaruuf ofiis qabeenya keenyas ni wareegna Dooktar Abiy waliin dhaabbachuun ulfina dabalachuudha, jabaa ofii jabeessuun duudhaa oromummaati” dhageessisaa jiru.
Daagimaawwi Deeksisaatu gabaase
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment