Jiraattoonni magaalaa Asallaa hiriira deeggarsa Raayyaa Ittisaa fi balaaleffannaa garee shororkeessitootaa gaggeessany

Finfinnee, Onkololeessa 28, 2014 (FBC) – Jiraattoonni magaalaa Asallaa fi naannooshee garee shoroorkessaa ABUT fi shanee balaaleefachuun hiriira gaggeessaniiru.

Hiriirri balaalefannaa gaaree shoroorkessaa ABUT fi shanee godina Arsii magaalaa Asallaatti gaggeeffamaa jira.

Jiraattoonni gandoota magaalichaa garaagaraa hirirraa kana irraatti dhaaadannoo adda addaa dhageechisuun garee shoroorkeessaa balaaleffachaa jiru.

Miidhaksa Qachaa fi Liyaa Dhugumaatu gabaase.

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment