Jiraattoonni kutaa magaalaa Addisii fi aanaa Saasiggaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa taasisan

Finfinnee, Sadaasa 18, 2013 (FBC) –Jiraattoonni kutaa magaalaa Addisii fi aanaa Saasiggaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa taasisaniiru.

Magaalaa Finfinneetti jiraattoonni kutaa magaalaa Addiisii fi naannoo Oromiyaa godina Wallagga bahaa aanaa Saasiggaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa taasisaniiru.

Jiraattoonni, daldaltoonni fi abbootiin qabeenyaa bulchiinsa magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Addis  raayyaa ittisa biyyaa deeggarsa Birrii miiliyoona 69 akaakuun ammoo Birrii miiliyoona 8 taasisaniiru.

Haaluma wal fakkaatuun jiraattoonni godina Wallaga bahaa aanaa Saasiiggaa sangootaa 27 raayyaaf ittisaaf deeggarsa laataniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Comments (0)
Add Comment