Jiraattoonni Godina Kafaa hiriira deeggarsa Raayyaa Ittisaa gaggeessan

Finfinnee, Hagayya 30, 2013 (FBC) – Jiraattoonni Godina Kafaa hiriira deeggarsa Raayyaa Ittisaa fi balaaleffaannaa garee Shororkeessaa ABUT fi Shanee magaalaa Boonganti gaggeessaniiru.

Hiriirtoonni kunneen haleellaa gareen shororkeessaa ABUT fi Shanee lammiilee nagaarran ga’aa jiran balaaleeffataniiru.

Raayyaa Ittisaa mallattoo birmadummaa ta’e cinaa hiriiruun deeggarsa barbaachisu hunda kan taasiisan ta’uu ibsuu isaanii ragaan Waajjira Kominikeeshinii Godina Kafaarraa argame ni muul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment