Jiraattoonni Godina Booranaa hiriira deeggarsa Raayyaa Ittisaa fi balaaleffannaa garee shororkeessitootaa gaggeessaan

Finfinnee, Onkololeessa 28, 2014 (FBC) – Jiraattoonni Godina Booranaa hiriira deeggarsa Raayyaa Ittisaa fi balaaleffannaa garee shororkeessitootaa gaggeessaniiru.

Jiraattoonni kunneen taanaan gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaa waan danda’an hundaan kan tumsan ta’u ibsan.

Jiraattoonni Godina Booranaa hiriira deeggarsa Raayyaa Ittisaa fi balaaleffannaa garee shororkeessitootaa TPLF fi Shaneerratti ba’aniiru.

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment