Finfinnee, Sadaasa 13, 2014 (FBC)- Jiraattoonni godina Jimmaa Aanaa Shabee Somboo raayyaa ittisa biyyaatiif sangoota 50 fi midhaan kuntaala 600 ol gumaachaniiru.
Hawaasni aaniichaa raayyaa ittisa biyyaa cinaa dhaabbachuudhaan deeggarsa itti fufiinsa qabu ni taasifna jedhaniiru.
Sagantaa deeggarsa laachuu kanaarrattis Bulchaa Godina Jimmaa Obbo Tijjaanii Naasiriin argamuu ragaan waajjira kominikeeshinii godinicharra argamee ni muul’dhisa.
Naannoo keessaan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com
/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.