Jiraattoonni aanaa Boojjii Dirmajjii ABO Shanee balaleeffaatan

Finfinnee, Muddee 27, 2013 (FBC)- Jiraattoonni godina Wallagga Lixaa aanaa Boojjii Dirmajjii gocha badii ABO Shaneen lubbuu fi qabeenya namaarraatti raawwata turee fi jiru mormuun hiriraa balaleeffachuun duula sakkata’iinsa ba’aniiru.
Qaamoleen haawasa godina Wallagga Lixaa Aanaa Bojii Dirmajii gochaa gara jabeenyaa humni ABO Shanee ofiin jedhuu nurraan ga’ee ballaleefachuuf hiriiraa mormii banee jedhaniiru.
Akka gabaasa OBNtti jiraattoonni kunneen ABO Shaneen diina uummata Oromooti, nuun bakka hin buutuu, gufuu misoomaafi nageenyaati jedhaniiru.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment