Jiraattonni magaalaa Kombolchaa hiriira deeggarsaa Dooktar Abiy Ahimadiif bahan

Finfinnee, Gurraandhala 9, 2013 (FBC)- Jiraattonni godina Walloo Kibbaa magaalaa Kombolchaa hiriira deeggarsaa hoggansa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif bahaniiru.
Hiriirichi Dooktar Abiy Ahimadii fi hoggansaa jijjiirramaa maraa akkasumaas baadhaadhinaa jajjabeessuuf kan kaayyeeffadha jedhameera.
Hiriiricharratti hawaasni kutaa garagaraa hirmaataa jiru.
Dhaadannoowwan garaagaraas dhageessisaaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Appilikeeshinii Faanaa Broodkaastiing Koorporeet https://play.google.com/store/apps/details… bilbila sochootuu keessanirratti fe’achuudhan Televiizhinii Faanaa, FM Finfinnee 98.1 fi Raadiyoo Biyyoolessaa hordofaa.
Viidiyoowwanis daawwadhaa.
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment