Jiraattonni magaalaa Jinkaa fi godina Goofaa hiriira deeggarsaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif bahan

Finfinnee, Gurraandhala 1, 2013 (FBC)- Jiraattonni magaalaa Jinkaa fi godina Goofaa magaalaa Saawuulaa hiriira deeggarsaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif bahaniiru.
Jiraattonni hiriiricha irratti hirmaatan dhaadannoowwan garagaraa dhageessiisa jiru.
Hirmaattoonni hiriiricha hoggansaa Dooktar Abiy Ahimadin cina akka dhaabbatan ibsaniiru.
Haaluma wal fakkatuun Jiraattonni aanaa addaa Yaam hiriira deeggarsa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif bahaniiru.
Fuula feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa yuutyuubii keenyan nu hordofuuf fbc afaan oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna!
Comments (0)
Add Comment