Jiraattonni magaalaa Gambeellaa fi Asoosaa hiriira deeggarsa Dooktar Abiy Ahimadiif bahan

Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC)-Jiraattonni naannolee Gambeellaa fi Beenishaanguul Gumuuz magaalaa Asoosaa hiriira deeggarsa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif bahaniiru.
Jiraattonni naannolee lamaanii hooggansa Dooktar Abiy Ahimadiin cina akka dhaabbatan ibsaniiru.
Naannoo Oromiyaa dabalatee iddoowwan garagaraatti hiriirri deeggarsa Dooktar Abiy Ahimadiif bahamuun ni yaadatama.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
Comments (0)
Add Comment