Jiraattonni magaalaa Aarbaa Mincii fi naannawa ishee hiriira balaaleffannaa murna badii ABUT gaggeessan

Finfinnee, Sadaasa 6, 2013 (FBC) – Jiraattonni magaalaa Aarbaa Mincii fi naannawa ishee hiriira balaaleffannaa murna badii ABUT gaggeessan.
 
Gareen badichaa seeratti akka dhiyaatus gaafatanii, deeggarsa barbaachisaa mara kan taasisan ta’uu ibsaniiru.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
 
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa
Comments (0)
Add Comment