Jiraattonni Kofalee Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasisan

Finfinnee, Sadaasa 1, 2013 (FBC)- Hawaasni Godina Arsii Lixaa aanaa Kofalee rayyaa ittisaa biyyaaf deeggarsa taasisan.

Deeggarsichaan  korma 10 fi korbeeyyii hoolotaa 100 arjoomaniiru.

Haleellaa gareen ABUT Raayyaa Ittisa Biyyaa gaachana sabaa fi sablammoota ta’e irratti raawwate akka balaaleffatanis ragaan Kominikeeshinii godina Arsii Lixaarra arganne ni muul’dhisa.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa.

 

Comments (0)
Add Comment