Finfinnee, Sadaasa 5, 2015 (FBC) – Jilli Daayrektara Tajaajila Odeeffannoo Biyyaalessaa Keeniyaa Dooktar Saayifuu Saaliim Sulayimaaniin durfamu Bulchiinsa Odeeffannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaa daawwateera.
Jilichi hojii teeknooloojii fi misooma qorannoo Teeknooloojii dhaabbatichaan hojjetamaa jiruu fi gidduu gala misooma kalaqa Saayibarii daawwateera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.