Jilli qondaaltota Mootummaa Naannoo Oromiyaa Warshaa Sibiilaa Adaamaa daawwate

Finfinnee, Qaammee 4, 2015 (FBC)- Jilli qondaaltota olaanoo Mootummaa Naannoo Oromiyaa hammate Guyyaa Oomishtummaa sababeeffachuun Warshaa Sibiilaa Adaamaa daawwateera.

Daawwannicharratti Af yaa’ii Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurrahmaan, Ittaanaa Pireezidaantii Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdii dabalatee qondaaltonni naannichaa fi Godinaalee naannichaa biroon argamuu OBN gabaaseera.

Qaammeen 4, Guyyaan Oomishtummaa mata duree “Shamattummaarraa gara Oomishtummaatti” jedhuun sadarkaa biyyaalessatti sagantaalee garagaraan kabajama jira.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment