Jilli Preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisana durfamu godina Harargee Lixaatti daawwate

Finfinnee, Amajjii 1, 2013 (FBC) – Jilli Preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamu godina Harargee Lixaa aanaa Gumbii Bordoddee araddaa Keenteeriitti qamadii jallisiin qonnaan bultoonni misoomsan daawwate.
Hojjettoonni misoomaa maasaa qonnaan bulaa keessa ta’uun ganamaa fi galgala deeggaruun jiruu fi jireenya qonnaan bultoota fooyyessuuf hojii jajjabeessa hojjetaaa jirtanitti hedduu gammaduu Preezdaanti Shimallis ibsaniiru.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment