Jilli preezdaant Shimallisiin durfamuu aanaa Saqqaa Coqorsaatti buufata biqiltuu Shaashamannee daawwate

Finfinnee, Gurraandhala 5, 2013 (FBC)- Jilli Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaaiin durfamu godina Jimmaa aanaa Saqqaa Coqorsaatti buufata biqiltuu Shaashamannee daawwateera.
Daawwannicharratti Preezdaantiin Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa Aadde Ma’aazaa Ashannaafii dabalatee hooggantoonni olaanoon garagaraa argamaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Appilikeeshinii Faanaa Broodkaastiing Koorporeet https://play.google.com/store/apps/details… bilbila sochootuu keessanirratti fe’achuudhan Televiizhinii Faanaa, FM Finfinnee 98.1 fi Raadiyoo Biyyoolessaa hordofaa.
Viidiyoowwanis daawwadhaa.
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment