Jilli preezdaant Shimallisiin durfamu aanaa Adaamaatti qamadii jallisii misoome daawwate

Finfinnee, Amajjii 22, 2014 (FBC) – Jilli Preezdaantii naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Shawaa Bahaa Aanaa Adaamaa Ganda Waaqee Mi’aa Xiyyootti Qamadiin jallisiin misoome daawwate.

Gandicha Qamadiin lafa heektaara 641 irratti Misoomaa kan jiru yoo ta’u, qonnaan bultoonni 826 kilaasteraan gurmaa’anii hojjechaa jiraachuu ibsameera.

Daawwannaa kanarratti preezdaant Shimalllis dabalatee hoggannoonni mootummaa olaanoon naannoo Oromiyaa argamaniiru.

Maddi:- OBN
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment