Jilli preezdaant Shimallis Abdiisaan durfamuu magaalaa Yaa’aballoo gale

Finfinnee, Amajjii 18, 2013 (FBC)- Jilli preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyachoo durfamu godina Boorana magaalaa Yaa’aballoo galeera.
Jillichaan hooggantoonni mootummaa federaalaa fi naannoo haammatamaniiru.
Jilli kun Godina Booraanatti Galma Abbaa Gadaa Kubii Curraaf dhagaa bu’uraa ni kaa’uun eegama.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment