Finfinnee, Adooleessa 6, 2013 (FBC)-Jilli Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abidaas durfamu dhaabbii biqiltuu Ashaaraa magariisaa Godina Shawaa Bahaa Aanaa Ada’aa ganda Dhankaakaatti gaggeessaa jira.
Dhaabbiin biqiltuu kun bakka obbo Shimallis Abdiisaa fi aanga’oonni olaanoo naannichaa argamanitti gaggeeffamaa jira.
Dabalataanis waldaaleen garagaraa, dargaggoonni, dubartoonni, hojjettoonni mootummaa, barattoonniifi qonnaan bultoonni Ashaaraa Magariisaa keessatti qooda fudhachuu akka jiran ragaan Biiroo Qonnaa fi Qabeenyaa Uumamaarra argamee ni muul’dhisa.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.