Jilli Preezdaant  Shimallis Abdiisaan durfamu Magaalaa Galaanitti  Dhaabbata raabsaa ‘Boba’aa Afrikaa’ eebbisiise

Finfinnee, Amajjii 28, 2014 (FBC) Jilli Preezdaantii Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Magaalaa Galaanitti  Dhaabbata raabsaa ‘Boba’aa Afrikaa’ eebbisiiseera.

Dabalataanis Warshaa Qorqorroo Adaamaa damee Galaan eebbisiiseera.

Preezdaant Shimallis haasaa taasisaniin akka naannoo Oromiyaatti bara kana invastaroota kuma 3 fi 500 hojiitti bobbaasuuf hojjetamaa jiraachuu ibsaniiru.

Qonnaan bultootaa fi Horsiise bultoota gara invastimantiitti galchuuf hojii bal’aan hojjetamaa jiraachuu kaasaniiru.

Lalisee Tasfaayeetu gabaase.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment