Jilli Preezdaant Shimallisiin durfamu godina Shawaa Bahaa Magaalaa Baatuutti giddugala leenjii fi Ciisichaa eebbisiise

Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC)- Jilli Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimalliis Abdiisaa durfamu godina Shawaa Bahaa magaalaa Baatuutti giddu gala qorannoo qurxummii fi lubbuu qabeeyyii Bishaan keessaa biroo Baatuutti giddugala leenjii fi Ciisichaa eebbisiise eebbisiiseera.
Giddugallichi Birrri miliyoona 4.2 olin kan ijaarame yoo ta’u,Kutaa cisichaa 140 of keessaa qabas jedhameera.
Giddugalicha keessaatti horsiisii qurxummii kan gaggeeffamu ta’u ibsameera.
Daagmaawii Deeksisaa fi Habtaamuu Taklasilaaseetu gabaase
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment