Jilli preezdaant Saahilawarqin durfamu Juubaa gale

Finfinnee, Fulbaana 23, 2013 (FBC)- Jilli Preezdaanti FDRI Saahilawarq Zawdeen durfamuu har’a Juubaa galeera.

Jilichi wayita Juubaa ga’uu Preezdaantii Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir simanna taasisanifiiru.

Jilichi Juubaa kan galeef mootummaa ce’uumsa Sudanii fi humnoota mormitoota Sudaan kibbaa gidduutti waliigaltee nageenyaarratti hirmaachufi jedhameera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment