Finfinnee, Amajjii 30, 2014 (FBC)-Jilli Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen durfamu naannoo Somaalee magaalaa Jigjigaa galeera.
Jilichaan preezdaantitti dabalatee itti aantuu daayreektara Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Amiinaa Mahaammadii fi hoggantoonni mootummaa biroon haamatamaniiru.
Jilichaaf preezdaantiin naannoo Somaalee obbo Mustafee Mahaammadii fi hoggantoonni olaanoo biroon simannaa taasisaniifiru.
Jilichi turti isaan hoggantoota olaanoo naannichaa waliin ni mari’ataan eegama.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna