Finfinnee, Gurraandhala 21, 2014 (FBC)- Jilli Preezdaantii naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammadiin durfamu hongee mudateef deebii laatamaa jiru gamaaggamuuf godina Liibaa magaalaa Dooloo-Adoo galeera.
Jilichi wayita Dooloo-Adoo gahu simannaa kan taasifameeraaf.
Turtii isaaniitin haala lammiileen hongeen miidhamanirra jiranii fi deeggarsa taasifamaa jiru kan daawwataan ta’uu ragaan kominikeeshinii naannichaarra argame ni muul’dhisa.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.