Jilli Preezdaant Iristuu Yirdaawuun durfamu ooyiruu qamadii jallisii daawwate

Finfinnee, Amajjii 6, 2014 (FBC) – Jilli Preezdaantii naannoo Uummattoota Kibbaa obbo  Iristuu Yirdaawuun durfamu godiinota Gaamoo fi Walaayittaatti ooyiruu qamadii jallisii daawwateera.

Daawwanicharratti Preezdaant Iristuu Yirdaawuu fi hogganaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Naannoo Uummattoota Kibbaa obbo Xilaahuun Kabbadaa dabalatee hoggantoonni olaanoo naannichaa argamuu ibsameera.

Jilichi yeroo ammaa hojii misooma qamadii bonee naannoo haroo Abbaayyaatti misoome daawwachaa jiraachuu ragaan Biiroo Kominikeeshinii naannichaarraa argame ni mul’isa.

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment